➋. Steve Jobs – “Yeroon kee daanga’aa dha, kanaafuu itti jiraachuu nama kan biraa hin balleessin.”
➌. Bill Gates – “Guyyaa milkaa’inaa kabajuun gaaridha. Garuu, fuulleffannoo cimaa guyyoota kufaatii irratti kennuun barbaachisaa dha.”
➍. Warren Buffet – “Amanamummaan kennaa baay’ee mi’aa dha. Namoota rakasaa irraa immoo hin eegin.”
➎. Bruce Lee – “Yeroo hundumaa dogoggorri dhiifama qabaata, yoo walhubachuun jiraate.”
➏. Albert Hubbard – “Waarshaan tokko hojii nama 50 hojjechuu danda’a. Waarshaan kamiyyuu yaada nama tokkoo illee hojjechuu hin danda’u.”
➐. Robert Kiosks – “Kufaatiin warra sodaatan naasisa, moo’attoota immoo ni jabeessa.”
➑. Abraham Lincoln – “Karaan hunda caalaatti fuuldura kee ittiin tolchitu, fuulleffachuu fi ijaaruu dhaan.”
➒. Audrey Hepburn – “Wanti kamiyyuu ni danda’ama.”
“Nothing is impossible, the word itself says “I’m possible.”
➓. Maya Angelou – “Ani akkan baradhetti waan ati jettu namoonni ni irraanfatu. Namoonni waan ati hojjette ni dagatu. Garuu, namoonni akkamitti akka isaan gammachiifte hin dagatan.”