Albert Einstein – “Namni dogoggora tokkollee hin raawwanne nama waan haaraa hin hojjenne dha.”

➋. Steve Jobs – “Yeroon kee daanga’aa dha, kanaafuu itti jiraachuu nama kan biraa hin balleessin.” ➌. Bill Gates – “Guyyaa milkaa’inaa kabajuun gaaridha. Garuu, fuulleffannoo cimaa guyyoota kufaatii irratti kennuun barbaachisaa dha.” ➍. Warren Buffet – “Amanamummaan kennaa baay’ee mi’aa dha. Namoota rakasaa irraa immoo hin eegin.” ➎. Bruce Lee – “Yeroo hundumaa dogoggorriContinue reading “Albert Einstein – “Namni dogoggora tokkollee hin raawwanne nama waan haaraa hin hojjenne dha.””

Design a site like this with WordPress.com
Get started