Albert Einstein – “Namni dogoggora tokkollee hin raawwanne nama waan haaraa hin hojjenne dha.”

➋. Steve Jobs – “Yeroon kee daanga’aa dha, kanaafuu itti jiraachuu nama kan biraa hin balleessin.”

➌. Bill Gates – “Guyyaa milkaa’inaa kabajuun gaaridha. Garuu, fuulleffannoo cimaa guyyoota kufaatii irratti kennuun barbaachisaa dha.”

➍. Warren Buffet – “Amanamummaan kennaa baay’ee mi’aa dha. Namoota rakasaa irraa immoo hin eegin.”

➎. Bruce Lee – “Yeroo hundumaa dogoggorri dhiifama qabaata, yoo walhubachuun jiraate.”

➏. Albert Hubbard – “Waarshaan tokko hojii nama 50 hojjechuu danda’a. Waarshaan kamiyyuu yaada nama tokkoo illee hojjechuu hin danda’u.”

➐. Robert Kiosks – “Kufaatiin warra sodaatan naasisa, moo’attoota immoo ni jabeessa.”

➑. Abraham Lincoln – “Karaan hunda caalaatti fuuldura kee ittiin tolchitu, fuulleffachuu fi ijaaruu dhaan.”

➒. Audrey Hepburn – “Wanti kamiyyuu ni danda’ama.”
“Nothing is impossible, the word itself says “I’m possible.”

➓. Maya Angelou – “Ani akkan baradhetti waan ati jettu namoonni ni irraanfatu. Namoonni waan ati hojjette ni dagatu. Garuu, namoonni akkamitti akka isaan gammachiifte hin dagatan.”

One thought on “Albert Einstein – “Namni dogoggora tokkollee hin raawwanne nama waan haaraa hin hojjenne dha.”

Leave a comment

Design a site like this with WordPress.com
Get started